Skip to main content

Posts

Showing posts from April, 2022

Seenaa udaa waregamtoota

 WAREEGAMTOOTA UUDA SEENAA CALII CALANQOORRATTI  FI GOOTICHA BAKAR WAAREE /p> *Lolli Calanqo lola ittisa imala gabroomfattoota Nafxanyaa Absiiniyaa ykn Habashaa kan Amajjii 6 bara 1887 Minilikiin hogganamuu fi waraana Oromoota Harargee Bahaa kan Gooticha Bakar Waareetiin hogganamu giddutti akka ture ni beekama. *Gootichi kuniis iddoon dhaloota isaa Aanaa Jaarsoo bakka Laga Mixee jedhamtu keessatti yommuu tahu inniis Gumii Bultum tan Raabaa fi Doorii Bareentumaa jedhamtee beekamtuu fi Addeellee maadheffattee Fugug Bulchitu keessatti Qondaala guddaa birmajii yeroo sanaati. * Keessattuu Dhaddacha Mooraa Fugug tan teessuma Manbultii gurguddoo kudha lamaanAlaa(Buubu,Gutayyu,Diiramu,Eree,Galaan,Arroojjii,Goollo,Abbaadho,Meettaa,Kaako,Abbay fi Nuunnu) jedhaman keessatti haala sochii Siyaasaa fi Hawaasummaa irratti addaa durmmaadhaan Murti (Hoggansa) kennaa kan tureedha.  * Gootichi kun Nama cimaa gootummaa,hayyummaa fi dandeettii haggansaa jalq